Skip to content

Latest commit

 

History

History
339 lines (170 loc) · 24.2 KB

afaanoromoo.md

File metadata and controls

339 lines (170 loc) · 24.2 KB

BBC News Afaan Oromoo

Waa'ee haleellaa moortaarii yeroo MM Abiy Moqaadishoo doowwatanitti mudate jedhamee kan beeknu

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 9:07:32 WD tti

Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad fi aanga'oonni biyyattii kaan kuyyaa kamisaa kaleessaa waaree booda buufata xiyyaara idil-addunyaa Moqaadishoo eegumsi cimaan taasifamuutti Ministira Mummee Itoophiyaa Abiy Ahimadiif simannaa gochuuf argataman.

Mulaatuu Teshoomee waayee Eertiraa 'yaada dhuunfaa' kataban - Mootummaa Itoophiyaa

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 2:54:42 WB tti

Pirezidantiin duraanii Itoophiyaa Mulaatuu Tashoomee barruu Aljaziiraaf erganii maxxanfameefi hariiroo Ertiraafi Itoophiyaa ammaa agarsiisa jedhame yaada dhuunfaasaaniitii jedhe mootummaa Itoophiyaa.

Murteessaan Liiverpuulii fi Kiloop 'arrabse' Waancaa Awurooppaa akka hin taphachiifne dhorkame

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 2:51:54 WB tti

Waldaan Kubba Miilaa Awurooppaa murteessaa Deevid Koot jedhamu amala gaarii hin taane waancaa Awurooppaa 2024 irratti agarsiiseen yoo xiqqaate waggoota lamaaf adabae.

Waliigalteen daldalaa UK fi US taarifa-malee 'baay'ee saffisaan' ta'uu danda'a - Tiraamp

__

Waliigalteen daldalaa UK fi US gidduu taarifa malee “baayyee saffisaan” ta’uu akka danda’u Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp hime. Pirezidant Tiraamp kana kan jedhe dawwannaa Ministira Muummee UK Siir Kiir Istaarmer Ameerikaatti taasian hordofeeti.

Waraanni Israa'el namoota nagaaf eegumsa gochuu dadhabuu gabaasni jalqabaa haleellaa Onko.7 bahe mul'ise

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 8:06:20 WD tti

Waraanni Israa'el namoota nagaaf eegumsa gochuu dadhabuu isaa gabaasni jalqabaa haleellaa Onkoloolessa 7, bara 2023 Hamaas raawwate ilaalchisuun bahe mul'ise.

Ministira Muummee odola xiqqoo waltajjiiwwan addunyaa raastu

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 4:04:30 WD tti

Bara 2022 barulleen Time namoota akka addunyaatti dhiibbaa uuman 100 keessatti maqaashee yeroo dhahu ''qaroo akkatti waa raasan beektu'' ittiin jedhe.

'Hojjatoonnikoo reeffa imaltuu  balaliirratti duutee sirnaan qaban''- Daandii xiyyaaraa Kataar

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 9:33:40 WD tti

Daandiin xiyyaaraa Kataar reeffa imaltuu xiyyaarri wayita balali'aa ture duute hadhaa warra fi abbaa warraa lammilee Awustiraaliyaa cinaa yeroo kaa'an '' saffisaan, sirnaan fi ogummaan qaban'' jedhe.

Humna guddaa guddina keenya waloof fayyadamuu dandeenyu qabna-MM Abiy

Kamisa, Guraandhala 27, 2025 5:14:49 WD tti

MM Itoophiyaa Abiy Ahimed har'a daawwannaaf Moqadishoo galu. Maddeen BBC akka jedhanitti MM Abiy Ahimed simachuuf Mooqadishoo keessatti qophii guddaan taasifamaa tureera.

Viizaa 'Kaardii Warqee' Tiraamp: Maaliidha, addunyaarratti attamiin hojjata?

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 5:16:09 WD tti

Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp sgantaa viizaa "kaardii warqee" kan doolaara miiliyoona 5 baasu, lammiilee biyya alaa dureeyyii ta'aniif kan hayyama jireenya dhaabbataa fi booda ammoo karaa ittiin lamummaan kennuuf karoorsuu isaanii beeksisan.

'Uffannikoo durii amma faayidaa hin qabu' - Nama kg 125 hir'ise

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 4:08:03 WD tti

Qudraatullaa – dargageessi ollaa Jalaalabaad kibba-baha Afgaanistaan, yeroo barumsa sadarkaa lammaffaa xumuree hiriyyoonnisaa yunivarsiitii galan, sababa barcumni isa danda'u hin turreef inni biraa hafe.

Hordoftoota amantaa hanga du'anitti soomaan

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 4:49:27 WD tti

Hordoftoota Amantaa cubburraa of qulqulleessuu fi jireenya itti aanuuf caalaatti qophaa’uu abdachuudhaan soomaan of ajjeesan.

Aarri Gaara Fantaalleerra mul'ate ogeeyyiif abdiimoo yaaddoodha?

Kamisa, Guraandhala 27, 2025 4:22:02 WD tti

Ji'oota muraasa darbaniif kirkirri lafaa danuun kaaba baha Itoophiyaa erga raasaa turee booda laftis babbaqaqe, bishaan danfaafi hurki haalaan ho'aa ta'es as baheera.

Taatoon beekamaa Holiiwuud Jiin Haakmaaniifi haati warraasaa mana keessatti du'anii argaman

Kamisa, Guraandhala 27, 2025 6:18:58 WB tti

Taatoon Holiiwuud keessatti beekamaa badhaafamaa Oscar ta'e Jiin Haakimaan, haati warraasaa Betiisii Harakaawwii, akkasumas sareen isaanii mana jireenyaasaanii keessatti du'anii argaman.

Liiverpuul yoom shaampiyoonaa ta'uu mirkaneeffata?

Kamisa, Guraandhala 27, 2025 3:34:17 WB tti

Taphataan sarara cinaa duraanii Liiverpuul Istiiv Maak Manamaaan Liiverpuul ''humna dhaabatu miti'' jedha.

Lammiileen Itoophiyaa Miyaanmaaritti dararaa jalaa baafaman Taayilaanditti danqamuu himan

Kamisa, Guraandhala 27, 2025 8:12:35 WD tti

Lammiilee Itoophiyaa hojii barbaaduf manaa ba'anii dirqiin hojii gowwoomsaa Interneetii Maayinamaar keessatti hojataa turanii ba'an mootummaan Itoophiyaa akka isaaniif qaqqabuuf gaafataa jiru

'Nageenya Oromiyaarratti mootummaa waliin walii galteerra ga'uun akka danda'amu hubanneerra'- ABO, KFO

Roobii, Guraandhala 26, 2025 6:13:03 WB tti

Dhaabonni Adda Bilisummaa Oromoo(ABO) fi Koongireesiin Federaalawaa Oromoo(KFO) ibsa waloon baasan keessatti ''nageenya Oromiyaa ilaalchisee mootummaa waliin waliigalteerra gahuun akka danda'amu hubanneerra'' jedhan.

Danqaaleen imaammata Afaan Oromoo afaan hojii federaalaa gochuu maal fa'i?

Roobii, Guraandhala 26, 2025 4:32:48 WD tti

Ganna shaniin dura (bara 2020)tti ammoo imaammanni afaanii afaanota Itoophiyaa afur afaan hojii dabalataa mootummaa Federaalaa taasisuuf Ministeera Aadaa fi Ispoortiitiin bahee ture. Afaan Oromoo kan ummata dubbatu guddaa qabus afaanota kanneen keessaa tokko ta'ulleen, hamma yoonaatti garuu hojiirra hin oolle. Maaltuu danqee?

'Hojjatoonnikoo reeffa imaltuu  balaliirratti duutee sirnaan qaban''- Daandii xiyyaaraa Kataar

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 9:33:40 WD tti

Daandiin xiyyaaraa Kataar reeffa imaltuu xiyyaarri wayita balali'aa ture duute hadhaa warra fi abbaa warraa lammilee Awustiraaliyaa cinaa yeroo kaa'an '' saffisaan, sirnaan fi ogummaan qaban'' jedhe.

WBO waa'ee 'Mootummaa Ce'umsaa Waloo' ABO fi KFO'n hundeessina jedhan irratti maal jedha?

Kibxata, Guraandhala 25, 2025 4:34:15 WD tti

Mootummaa Ce'umsaa ABO fi KFO akka ijaaraniif imaanaan nutti kenname jedhan kun ''diraamaa fakkaata'' jedhe ABO-WBO.

ABO fi KFO'n 'Mootummaa Ce'umsa Waloo WBO hammate' akka hundeessaniif jilli amaanaa itti kenne

Dilbata, Guraandhala 23, 2025 4:56:24 WD tti

Jilli jaarmayaalee hawaasa Oromoo adda addaa, Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO) guyyaa sadiif Finfinneetti gaggeeffame rakkoo siyaasaa fi nageenyaa naannoo Oromiyaa furuuf ''Mootummaan Ce'umsa Waloo'' ABO fi KFO'dhaan akka hundaa'uu qabu himan.

Oduufi xiinxalli kallattiin akka isin bira gahuuf Chaanaalii WhatsApp BBC hordofaa

Jimaata, Mudde 6, 2024 8:50:15 WD tti

Amma karaa kanaan Oduuwwan Ammee ijoo, xiinxalaa fi odeessaalee adda addaa karaa BBC News Afaan Oromootiin kallattiidhaan WhatsApp keessan irratti argachuu dandeessu.

Waliigalteen ajajoonni waraana Itoophiyaa fi Somaaliyaa irra gahan maali?

Wiixata, Guraandhala 24, 2025 11:28:16 WD tti

Xumura torban darbe Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa gara Mogadiishuu yeroo imalan hogganaan tika Itoophiyaa Ambaasaaddar Reduwaan Huseeniifi aangawoonni kaan waliin turan.

Ertiraan miseensota waraanaa duraanii leenjiif waamuun lammiileen biyyaa akka hin baane ajajjee

Jimaata, Guraandhala 21, 2025 10:06:28 WD tti

Mootummaan Ertiraa miseensoota raayyaa ittiisaa duraanii leenjii dabalataatiif kutaasaaniitti akka debii'aniif akkasumas kaan ammoo biyyaa akka hin baane qajeelfama baasuu lammiileen biyyattii biyya keessa jiraniifi biyya alaatti argaman BBC'f mirkanneessan.

Poolisiin Keeniyaa oppireeshinii WBO irratti gaggeesseen dahoo garichaa hedduu barbadeessuu ibse

Sanbata, Guraandhala 22, 2025 8:48:10 WD tti

Poolisiin Keeniyaa oppireshinii Kaaba biyyattii Marsabiitii fi Isiyoolloo keessatti WBO irratti gaggeessaa jiruun dahoo 14 ''yakkamtoonni'' ijaaranii ture jedhe barbadeessuu hime.

Yaada 'Ertiraan Itoophiyaa weeraruuf' jedhuuf Asmaraan deebii kennite

Kibxata, Guraandhala 18, 2025 9:27:48 WD tti

Pirezidantin Duraanii Itoophiyaa Mulaatuu Tashoomee Ertiraan waraana haaraa Itoophiyaarratti banuuf qophaa'aa jirti jechuun dubbatan.

Waa'ee hidhattoota WBO daangaa Keeniyaarra sosso'anii wantoota ijoo shan

Roobii, Guraandhala 19, 2025 4:40:25 WD tti

Waa’ee hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo mootummaa Itoophiyaa lolaniifi Keeniyaa keessa sosso’an maaltu beekama?

Lammaa Magarsaa akkamiin siyaasaa, Itoophiyummaa 'suusiidha' jedhanirraa fagaatan?

Roobii, Guraandhala 12, 2025 5:07:30 WD tti

Lammaa Magarsaa 'ummanni gooftaa' akka ta'e, Oromoon dinagdeedhaan moggeeffamaa bahe jabaachuu akka qabu, saamichi lafaa fi albuudaa akka dhaabbatu, gaaffiin uummanni gaafatu tartiibaan deebii akka argatuuf ifaajaniiru.

Itoophiyaa fi Somaaliyaan waliigalteerra gahuuf Ankaaraatti marii teeknikaa gaggeessan

Roobii, Guraandhala 19, 2025 11:36:00 WD tti

Waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaa fi Somaaliilaandi mallatteessan hordofee muddama keessa kan galan Itoophiyaa fi Somaaliyaan marii teeknikaa marsaa jalqabaa Turki magaalaa Ankaaraatti gaggeessan.

Ajjeechaa aangawoota mootummaa aanaa Sulultaarratti raawwate maal beekna?

Jimaata, Guraandhala 14, 2025 7:08:31 WD tti

Ajjeechaa bulchaa Aanaa Sulultaa Obbo Abbabaa Warquu irratti raawwatameef mootummaan qaamolee hidhataniifi faallaa imala jijjiiramaa dhaabbatan jedhe himate.

Murteessaan Liiverpuulii fi Kiloop 'arrabse' Waancaa Awurooppaa akka hin taphachiifne dhorkame

Jimaata, Guraandhala 28, 2025 2:51:54 WB tti

Waldaan Kubba Miilaa Awurooppaa murteessaa Deevid Koot jedhamu amala gaarii hin taane waancaa Awurooppaa 2024 irratti agarsiiseen yoo xiqqaate waggoota lamaaf adabae.

Liiverpuul yoom shaampiyoonaa ta'uu mirkaneeffata?

Kamisa, Guraandhala 27, 2025 3:34:17 WB tti

Taphataan sarara cinaa duraanii Liiverpuul Istiiv Maak Manamaaan Liiverpuul ''humna dhaabatu miti'' jedha.

Arsenaal akkuma Evraan jedhe ammas waancaaf bara dhufu eegaa?

Kamisa, Guraandhala 27, 2025 9:22:27 WD tti

Nootiingihaam Foorest Arsenaaliin ammas waancaa irraa fageesseera. Arsenaal qixa xumuruu isaa fi Liiverpuul Niwkaastiliin mo'achuun isaa abdii Arsenaal waancaaf qabu dimimmisaa'ee ture jalaa dukkaneesseera.

Arsenaal dheebuu waancaaf qabu bahuuf kanneen keessaa eenyuun bituu danda'a?

Kamisa, Guraandhala 27, 2025 9:10:12 WD tti

Arsenaal Piriimer Liigii keessatti dheebuun waancaa irra bubbulteetti. Waggaa guutuu sadarkaa tokkoffaafi lamaffaa qabachaa turus itti fullaasee waancaa argachuun tabba itti ta'aa dhufeera.

Taphataa duraanii Arsenaal qabeenya Mesii fi Roonaaldoo dachaa 20 caalu horatee biliyeenera tahe beektuu?

Roobii, Guraandhala 26, 2025 4:47:08 WD tti

Taphataan duraanii Arsenaal maatiw Filaaminii kaampaanii keemikaala eegumsa naannoof oolu oomishu GFB hundeessuun ofiis tujaara tahe.

'Du'een bada malee morkii waancaarraa abdii hin kutu' - Mikeel Arteettaa

Kibxata, Guraandhala 25, 2025 12:19:24 WB tti

Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaa garaagartummaan qabxii 11 durfamaa jiraatanis morkii waancaarraa ''abdii hin kutannu'' jedhe.

Notingihaam Forest v Arsenaal, Liiverpuul v Niwukasil... Piriimer Liigii torban kanaan eenyu mo'a?

Kibxata, Guraandhala 25, 2025 9:51:28 WD tti

Carraan waancaaf dorgomuu isaanii waan jalaa dhumate fakkaata warri Arsenaal. Garuu Roobii kilaba bara kana isaanitti aanee sadarkaa sadaffaan morkataa cimaa ta'aa jiru Notingihaam Forest waliin taphatanii gara mo'achuutti deebiyuu? jechuun gaafata ogeessi kubbaa miilaa BBC Kiriis Saatan.

Waldaan Piriimer Liigii Itoophiyaa kilaboota Makkalaakayaa fi Sidaamaa Bunnaa birrii mil. 39 adabe

Kibxata, Guraandhala 25, 2025 7:29:20 WD tti

Waldaan Piriimer Liigii Itoophyaa seera faayinaansii cabsaniiru jechuudhaan kilabii Ispoortii Makkalaakayaa (Machaal) birrii miiliyoona 21, akkasumas Sidaamaa Bunnaa ammoo birrii miliyoona 18n adabu beeksiise.

Meesuut Oozil biyya isaa Jarmanitti erga mufatee akkamiin siyaasa Tarkiitti makame?

Kibxata, Guraandhala 25, 2025 5:03:56 WD tti

Mesut Oozil dhalatee kan guddate Jarman magaalaa Gelsenkirchen jedhamtu keessattidha. Kubba miilaa pirofeeshinaalaa Shaalk 04 jalqabee, Werder Bireemen achiis Riyaal maadirid, Arsenaal fa'aa keessa taphateera.

Ronaaldiinihoo: Dirree kubbaarratti 'Magic' hojjetuun taphataa addunyaan yaadattu

Kibxata, Guraandhala 25, 2025 4:36:57 WD tti

Namoonni taphataa ajaa'ibaa kana kan yaadatan waan nama ajaa'ibu hojjetee agarsiisuu isaatiin isa yaadatu; sesseeqaafi kokkolfaa 'fuula ilkaan godhee' yeroo inni dirreerra akka akka 'jabbii xalacoo eegee dhaabee' dirreerra burraaquu caalaatti isa yaadatu.

Liiverpuul shaampiyoonaa Piriimer Liigii tahuun waan hafu miti, Gaardiyoolaan maal hime?

Wiixata, Guraandhala 24, 2025 6:36:07 WD tti

Liiverpuul 2-0 Maanchister Siitii erga mo'atee garaagarummaa qabxii Arsenaal waliin qabu gara 11tti guddiseera.

Deevid Mooyes ana caalaa hojii ajaa'ibaa hojjetaa jira- Ruuben Amoorim

Sanbata, Guraandhala 22, 2025 12:02:06 WB tti

Maanchister Everten waliin morkii jabaa taasisa. Liiverpuul v Maanchister Siitii, Arsenaal West Haam waliin morkatu.

Aanga'aan Ispeen yeroo Waancaa Addunyaa taphattu dhungate qarshiin adabame

Kamisa, Guraandhala 20, 2025 2:16:01 WB tti

Hogganaan fedreeshinii kubbaa miilaa duraanii Ispeen Luwiis Ruubiyaales taphattuu kubbaa miilaa Jeenii Hermoosoon hayyamashee malee hidhiirra dhungachuun haleellaa saalaan balleessaa jedhame.